UN Commission of Human Rights Experts on Ethiopia Call for Submissions
Form buusuuf asirratti cuqaasaa
- Name of submitting individual/entity/Maqaa nama/ dhaabbata iyyata kana galchuu
- Contact of submitting individual/entity/Teessoo qaama iyyata kana galchuu
- Relationship of submitting entity/individual to the alleged victim/s/Hariiroo ykn firummaa miidhamaa fi qaama iyyata kana galchuu gidduu jiru ibsaa
- Alleged violations of human rights or other international law/Gosoota mirgoota namoomaa sarbamanii ibsaa
- Date of incident/time period/Guyyaa ykn yeroo sarbamiinsa mirgoota kanniini ibsaa
- Place of incident/Bakka sarbamiinsi mirgoota namoomaa itti raawwatame barreessaa
- Name/s of alleged victim/s gender, age – if known /Maqaa guutuu, saala, umurii, lammummaa, hojii, lakkoofsa bilbilaa fi teessoo miidhamaa sarbamiinsa mirga namoomaa galchaa
- Membership of a minority group, including gender minorities, indigenous peoples and ethnic groups (according to the principle of self-identification)/ Midhamaan miseensaa gartuu hagoo( kan sabaa ykn korniyaa) yoo ta’e ibsaa
- Identification of those allegedly responsible/ Eenyummaa qaama miidhaa geessisanii galchaa
- Description of the incident(s)/allegations (2000-word limit)/Ibsa gabaabaa sarbamiinsa mirga namooma kana irratti jechoota 2000 hin caalleen kennaa
- Description of the State’s response (500-word limit) Dhimma kanarratti deebii mootummaan kenne maali?
- Methodology employed in the collection of information/ Sarbamiiinsa kana qulqulleessuuf odeessa akkamitti funaannattani?
- Consent /odeessi kenname kun dhaabbata Motummoota Gamtoomaniin akka itti fayyadamamu eeyyema keessan ni kennitu mitii?
- Description of any broader issues not related to specific violations, including information on the rule of law in Ethiopia (2000-word limit)/Dhimma halaa waliigala Itoophiyaarratti cabiinsa mirgoota namoomaa fi olaantummaa seeran walqabatu irratti yoo yaada qabaattan jechoota 2000 hin caalleen ibsaa.
- Any other human rights NGOs/National Human Rights Institution to whom you reported the incident/Sarbamiinsa kana amma dura dhaabbilee mirgoota namomaa biroof gabaastaniittuu?
Additional materials (documents, images, videos, etc.) relevant to the incident(s)/allegation(s)/ Oddeessa dabalataa kan suuraa fi suur–sagalee dhimma kanaan wal qabatu yoo jiraate galchaa.