Komishiniin UN Namoota Dhuunfaaf Dhaabbille Odeeffanna Dhiitta Mirgoota Namoom Akka Galchaniif Waamicha Dhiyyeesse

UN Commission of Human Rights Experts on Ethiopia Call for Submissions

Form buusuuf asirratti cuqaasaa

  1. Name of submitting individual/entity/Maqaa nama/ dhaabbata iyyata kana galchuu
  1. Contact of submitting individual/entity/Teessoo qaama iyyata kana galchuu
  1. Relationship of submitting entity/individual to the alleged victim/s/Hariiroo ykn firummaa miidhamaa fi qaama iyyata kana galchuu gidduu jiru ibsaa
  1. Alleged violations of human rights or other international law/Gosoota mirgoota namoomaa sarbamanii ibsaa
  1. Date of incident/time period/Guyyaa ykn yeroo sarbamiinsa mirgoota kanniini ibsaa
  1. Place of incident/Bakka sarbamiinsi mirgoota namoomaa itti raawwatame barreessaa
  1. Name/s of alleged victim/s gender, age – if known /Maqaa guutuu, saala, umurii, lammummaa, hojii, lakkoofsa bilbilaa fi teessoo miidhamaa sarbamiinsa mirga namoomaa galchaa
  1. Membership of a minority group, including gender minorities, indigenous peoples and ethnic groups (according to the principle of self-identification)/ Midhamaan miseensaa gartuu hagoo( kan sabaa ykn korniyaa) yoo ta’e ibsaa
  1. Identification of those allegedly responsible/ Eenyummaa qaama miidhaa geessisanii galchaa
  1. Description of the incident(s)/allegations (2000-word limit)/Ibsa gabaabaa sarbamiinsa mirga namooma kana irratti  jechoota 2000 hin caalleen kennaa
  1. Description of the State’s response (500-word limit) Dhimma kanarratti deebii mootummaan kenne maali?
  1. Methodology employed in the collection of information/ Sarbamiiinsa kana qulqulleessuuf odeessa akkamitti funaannattani?
  1. Consent /odeessi kenname kun dhaabbata Motummoota Gamtoomaniin akka itti fayyadamamu eeyyema keessan ni kennitu mitii?
  1. Description of any broader issues not related to specific violations, including information on the rule of law in Ethiopia (2000-word limit)/Dhimma halaa waliigala Itoophiyaarratti cabiinsa mirgoota namoomaa fi olaantummaa seeran walqabatu irratti yoo yaada qabaattan jechoota 2000 hin caalleen ibsaa.
  1. Any other human rights NGOs/National Human Rights Institution to whom you reported the incident/Sarbamiinsa kana amma dura dhaabbilee mirgoota namomaa biroof gabaastaniittuu?

Additional materials (documents, images, videos, etc.) relevant to the incident(s)/allegation(s)/ Oddeessa dabalataa kan suuraa fi suur–sagalee dhimma kanaan wal qabatu  yoo jiraate galchaa.

Additional links from UN Call for submissions